Waaqayyotu Guddisa
Dhugaan garaa nama tokkoo keessatti kan guddatu akkamitti akka taʼe beektaa?
Warri, ijoollee keessanii wajjin 1 Qorontos 3:6, 7 dubbisaa.
Gilgaala kana buufadhaatii piriinti godhadhaa.
Ijoollee keessanii wajjin viidiyoo Waaqayyotu Guddisa, jedhamu erga ilaaltanii booda, lakkoofsa isaa hordofanii fakkicha halluu akka diban ijoollee keessan gargaaraa. Wantoota kana yommuu wal faana hojjettanitti, gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.