Kan Galateeffattu Taʼi: Nootaa Muuziqaa fi Walaloo
Ijoolle, warra keessan hammam akka jaallattan isaanitti ni himtuu? Walaloo kana garagalfadhaatii yeroo Soofiyaan warra ishiitiif faarfattu ishii wajjin faarfadhaa.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MICHUU YIHOWAA TAʼI—FAARFANNAAWWAN IJOOLLEE
Kan Galateeffattu Taʼi
Namoota waa siif godhan galateeffachuu kan dandeessu akkamitti?
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.