Tajaajilaaf Akka Gaariitti Qophaaʼi
Kaalebii fi Soofiyaan tajaajilaaf akka gaariitti akka qophaaʼan isaan gargaaruu dandeessaa?
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MICHUU YIHOWAA TA’I
Tajaajilaaf Akka Gaariitti Qophaaʼi
Tajaajila baʼuu kee dura tarkaanfii fudhattu sadii barachuu qabda.
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.