Yihowaan Michuu Koo Hunda Caalu Dha
Yihowaan Michuu keenya waan taʼeef, wantoota babbareedoo itti gammadnu nuu uumeera. Wantoota kana keessaa tokko tokko yaaduu dandeessaa?
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.