Beeksisa Viidiyoo “Michuu Yihowaa Taʼi” Jedhuu: Yihowaan Kadhannaa ni Dhagaʼa
Soofiyaan kadhachuun ishii rakkina mana barumsaatti ishii mudate akka dandamattu kan ishii gargaare akkamitti?
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MICHUU YIHOWAA TA’I
Yihowaan Kadhannaa ni Dhagaʼa
Yihowaan akka si gargaaru kadhachuu dandeessa; innis si dhagaʼa.
VIIDIYOOWWAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu
Seenaa namoota Kitaaba Qulqulluu keessa jiranii fi michoota Yihowaa taʼan irraa baradhu!
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.