Odeeffannoo Gabaabaa—Rippuublikii Dimokiraatawaa Koongoo
- 98,152,000—Baayʼina uummataa
- 257,672—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 4,385—Gumiiwwan
- 1 nama 402f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?
Gargaarsa Yeroo Balaa 2021—Obbolootaafi Obboleettota Keenya hin Ganne
Bara 2021tti biyyoonni tokko tokko weerara dhibee KOOVIID-19 qofa utuu hin taʼin balaawwan gurguddaa gaʼan kan birootiif gargaarsi isaan barbaachiseera.
BARREEFFAMOOTA QOPHEESSUU
Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu Koongoo Keessatti Raabsuu
Dhugaa Baatonni Yihowaa Kitaaba Qulqulluu fi barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan uummata Koongootiif geessuuf haala sodaachisaa keessa imalu.