Odeeffannoo Gabaabaa—Niikaaraaguwaa
- 6,855,000—Baayʼina uummataa
- 28,843—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 466—Gumiiwwan
- 1 nama 240f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MUUXANNOOWWAN
Lolaa Misiraachoo Fide
Bokkaan cimaan erga roobee booda jiraattonni Nikaaraaguwaa iddoo hin eegamne irraa gargaarsa argatan.