Odeeffannoo Gabaabaa—Koosraay
- 8,000—Baayʼina uummataa
- 10—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 1—Gumiiwwan
- 1 nama 889f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Maayikrooneeshiyaa
Obboloonni biyyoota gara biraatii gara Odoolawwan Paasifiikitti argaman deemanii tajaajilan yeroo baayʼee rakkoowwan sadiitu isaan mudata. Labsitoonni kun rakkoowwan kana moʼuu kan dandaʼan akkamitti?