Dhimma ijoo ta'etti seeni

Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!

Barruulee keenya Macaafa Qulqulluurratti hundaaʼaniifi afaan 150 oliin argaman garagalfadhu. Masaraan Eegumsaa, Macaafni Qulqulluun wantoonni biyya lafaarratti raawwatamaa jiran hiika maalii akka qaban ibsa. Misiraachoo waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ibsuudhaan namoota jajjabeessa; Yesus Kiristositti akka amananis ni gargaara. Dammaqaan! immoo rakkina yeroo harʼaatti argamu akkamitti akka moonu ibsa; addunyaa haaraa nagaafi tasgabbii qabu ilaalchisees abdii Uumaan keenya kennetti akka amannu nu gargaara.

 

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fulbaana 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Sadaasa 11–​Muddee 8, 2024​tti q⁠o⁠ʼataman qabateera.

DAMMAQAA!

Kabajni kan Hafe Maaliifi

Namoonni addunyaa maratti argaman kabajni hammam barbaachisaa akka t⁠a⁠ʼee fi argisiisuun kan dand⁠a⁠ʼamu akkamitti akka t⁠a⁠ʼe barachaa jiru. Dhugaa Baatonni Yihowaa kabaja argisiisuun akka baba⁠⁠l⁠ʼatu gochuuf maal gochaa akka jiran ilaali.

ARGISIISI

DAMMAQAA!

DAMMAQAA!

DAMMAQAA!

DAMMAQAA!

DAMMAQAA!

MASARAA EEGUMSAA

MASARAA EEGUMSAA

MASARAA EEGUMSAA

MASARAA EEGUMSAA

MASARAA EEGUMSAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA