Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 6 2017 | Addunyaan Toʼannaadhaa Ala Taʼaa Jiraa?

Haalli addunyaa toʼannaadhaa ala taʼaa kan jiru maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun akkana jedha: “Namni akeeka jireenya isaatii of harka galfachuu, karaa jireenya isaatiis ofii isaatiin geggeeffachuu [hin dandaʼu].”—Ermiyaas 10:23.

Baruun “Dammaqaa!” kun namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman yeroo gara fuulduraa hawwiidhaan kan eeggatan maaliif akka taʼe ibsa.

 

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Addunyaan Toʼannaadhaa Ala Taʼaa Jira Moo Miti?

Saʼaatiin Guyyaa Badiisaa yeroo ammaa halkan walakkaa gaʼuuf waggoota 60 ol keessatti yeroo kam iyyuu caalaa akka dhihaate argisiisa! Gaagaʼamni addunyaa waan hin oolle dhaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Deebii Argachuuf Qorannaa Gochuu

Gabaasni sabqunnamtiidhaan dhihaatu namoonni hedduun rakkinni ilmaan namootaa furmaata akka hin qabne akka amanan godheera. Haalli addunyaa hamman hammaateera?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Haalli gaddisiisaan yeroo ammaatti jiru jaarraawwan hedduu dura Kitaaba Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbatameera.

MAATIIDHAAF

Akka Gad Of Qaban Ijoollee Barsiisuu

Ijoolleen keessan ilaalcha ofiif qaban utuu hin xiqqeessin, akka gad of qaban barsiisaa.

BIYYOOTAA FI UUMMATA

Niiwu Ziilaandiin haa Daawwannu

Fagootti kan argamtu taʼus waggaatti tuuristoonni 3,000,000 Niiwu Ziilaandiin ni daawwatu. Wanti nama hawwatu maali dha?

SEENAA IRRAA MAAL BARANNA

Alhaazan

Maqaa isaa kan hin beekne taatus, wanta inni jireenya isaa keessatti raawwate irraa fayyadamuun kee hin oolu.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Maqaa Waaqayyoo

Namoonni Waaqa Hundumaa Dandaʼu waamuuf maqaawwan ulfinaa adda addaatti fayyadamu. Inni garuu maqaa dhuunfaa isaa qaba.

Baafata Mata Duree Dammaqaa! 2017

Mata dureewwan 2017tt maxxanfamanii fi akka dhimma isaatti tarreeffaman.

Wantoota garabiraa

Dhugaa Isaa Dubbadhu

Yeroo hunda dhugaa dubbachuu kan qabdu maaliifi?

Amantii Dhugaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun wantoota amantii dhugaa beekuuf gargaaran 9 ibsa.