DAMMAQAA! Adoolessa 2013 | Miidhaan Mana Keessatti Raawwatamu Ni Dhaabata
barumsi Kitaaba Qulqulluu namoonni baay‵een hammeenya dhiisanii gaarummaa fi kabaja kan argisiisan akka ta‵an isaan gargaareera
MAATIIDHAAF
Dubbii Nama Miidhu Dubbachuurraa Fagaachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
Dubbii nama miidhuun walitti dhufeenya keessan balleessitaniittu yoo taʼe, maal gochuu dandeessu?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Yakki Mana Keessatti Raawwatamu Ni Dhaabata
Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu namoonni baayʼee hamoo taʼan amalasaanii akka jijjiiran kan gargaaran akkamitti?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Yakkarraa Of Eegi!
Atiifi namoonni jaallattu nagaadhaan akka jiraattan gochuu kan dandeessu akkamitti?
Wantoota Weeb Saayitii Keenyarra Jiran Battalumaan Argadhu!
Koodiin QR inni barruu Dammaqaarratti! argamu weebsaayitii keenya salphaatti argachuuf gargaara.
Wantoota garabiraa
Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 2)
Muuxannoo dargaggoota utuma dhibee fayyaa cimaa taʼe qabanii ilaalcha gaarii qabaatanii jiraachuu baratanii dubbisi.