DAMMAQAA! Adoolessa 2014 | Maaliifan Jiraadha?​​—⁠Sababii Itti Jiraachuu Qabdu Sadii

Ati ykn namni beektu tokko wa⁠a⁠ʼee of ajjeesuu yaaddanii beektuu? Sababii itti jiraattan beekuun keessan jijjiirama fiduu dand⁠a⁠ʼa.

Addunyaa Mararraa

Mataduree kana jalatti: magaalaa ibsaa tiraafikaashee hunda sirreessite, dhibee fayyaa beela caalaa miidhaa geessisu, simbira daggalaa umrii waggaa 60 caalu qabduufi cuucii yaaste.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maaliifan Jiraadha?

Namni tokko duʼa akka michuutti akka ilaalu kan isa godhu maal taʼuu dandaʼa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Haalawwan Waan Jijjiiramaniif

Haalli keessa jirtu jijjiiramuu kan hin dandeenye yoo taʼellee, wanti ati jijjiiruu dandeessu jira.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Gargaarsa Waan Qabduuf

Karaawwan gargaarsa itti argattu sadii, jiraachuukee akka itti fuftuuf si gargaaru.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Abdii Waan Qabduuf

Abdiin rakkina amma jirurra dabarsitee akka ilaaltu si gargaara.

MAATIIDHAAF

Akkaataa Itti Sirreeffama Fudhachuu Qabdu

Gorsiifi sirreeffamni fudhachuuf sitti ulfaatu si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Gadi Fageenyaan Yaaduu

Gadi fageenyaan yaaduun hundi tokko miti.

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Kallattii Beekuu Boombii Faltii

Boombiin faltii sirna kallattii beekuu akkamiitti fayyadama? Namoonni kanarraa maal barachuu dandaʼu?

Wantoota garabiraa

Harʼa Boru Jechaa Hojii Tursuu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Harʼa boru jechaa hojii tursuu dhiisuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe yaadawwan kennaman ilaali!