MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Waxabajjii 3-30, 2019 kan qabate dha.

Tajaajila Keessan Guutummaatti Raawwachaa Jirtuu?

Hojii lallabaa keenya caalaatti buʼa qabeessaa fi kan nama kiisu gochuu kan dandeenyu akkamitti?

Fakkeenya Yesuus Hordofuudhaan Nagaa Keessan Eeggadhaa

Wantoonni Yesuus godhe sadii, yeroo qorumsi cimaan nu mudatutti illee nagaa qabaachuuf nu gargaaruu dandaʼu.

Dhugaa Waaʼee Duʼaa Ibsu Deggeraa

Duʼa ilaalchisee aadaa deggersa kitaaba qulqulluu hin qabne irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti?

Gargaarsa Yihowaatiin Hafuurota Hamoo Mormaa

Seexannii fi jinniiwwan akka nu hin dogoggorsine tarkaanfii akkamii fudhachuu dandeenya?

SEENAA JIREENYAA

“Callee Gatii Guddaa Qabu” Arganneerra

Jireenya gammachiisaa Wiinistanii fi Paamilaa Peeyin Awustiraaliyaa keessatti dabarsan dubbisi.

Kana Beektaa?

Imaltuun bara durii tokko doonii ittiin deemu kan argatu akkamitti ture?