Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan
FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA
Yonaataan—‘Yihowaa Wanti Dhowwuu Dandaʼu hin Jiru’
Yonaataan nama tokko qofa of duukaa fudhatee buufata loltootaa Filisxeem haleeluudhaan seenaa guddaa raawwateera.
(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > WAAQAYYOTTI AMANUU jalaa ilaali.)
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Dhuma Irratti Abbaa Koo Wajjin Tokko Taane
Riineen sababii abbaa isaa isa lola jaallatuutiin umurii isaa waggaa 14tti manaa baʼe. Waggoota hedduu booda akka walitti araaraman maaltu isaan gargaare?
(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > NAGAA fi GAMMACHUU jalaa ilaali.)