MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2019
Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Caamsaa 6 hanga Waxabajjii 2, 2019tti jiran kan qabate dha
Akkan hin Cuuphamne Wanti Na Dhowwu Maali Dha?
Namoonni waaʼee Yihowaa baratan tokko tokko cuuphamuu irraa dubbatti jedhu. Rakkoowwan duubatti akka jedhan isaan godhan moʼuuf maaltu isaan gargaaruu dandaʼa?
Sagalee Yihowaa Dhaggeeffadhaa
Yihowaan yeroo harʼaa akkamitti nutti dubbata? Waaqayyoon dhaggeeffachuudhaan akkamitti fayyadamna?
Miira Warra Kaaniitiif Akka Yaaddan Argisiisaa
Yihowaa fi Yesuus miira warra kaaniitiif akka yaadan kan argisiisan karaawwan kamiini, nuti hoo fakkeenya isaanii hordofuu kan dandeenyu akkamitti?
Tajaajila Irratti Miira Namootaa Akka Hubattan Argisiisaa
Karaawwan tajaajila irratti miira namoota akka hubannu argisiisuu itti dandeenyu arfan kamfaʼi?
Gaarii Taʼuu—Amala Kana Akkamitti Horachuu Dandeessa?
Gaarii Taʼuu jechuun maal jechuu dha? Horachuuf carraaquu kan qabnu maaliif?
Yihowaan “Ameen” Jechuu Keessaniif Iddoo Guddaa Kenna
Namoonni hedduun kadhannaa booda akkuma baratanitti ‘ameen’ jedhu. Jechi kun hiika maalii qaba, Kitaaba Qulqulluu keessatti akkamitti itti hojjetame?