MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Amajjii 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Guraandhala 29 hanga Ebla 3, 2016⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Oshiiniyaa

Dhugaa Baatonni Yihowaa Oshiiniyaa keessatti naannoo gargaarsi barbaachisu dhaqanii tajaajilan rakkoowwan isaan irra gaʼan kan moʼan akkamitti?

‘Akka Obbolootaatti Wal Jaallachuu Keessan Itti Fufuuf’ Murteessaa!

Caqasni waggaa 2016 wantoota dhiheenyatti raawwatamaniif nu qopheessa.

‘Kennaan Waaqayyoo Inni Hammas Hin Jedhamne’ Jaalala Isaa Hordofuuf Isin Haa Kakaasu

Jaalalli Waaqayyoo faana Yesus hordofuuf, obboloota keenyatti jaalala argisiisuu fi warra kaaniif dhiifama gochuuf kan nu kakaasu akkamitti?

Hafuurri Waaqayyoo Hafuura Keenyaa Wajjin Walii Galee Dhugaa In Baʼa

Namni tokko dibameera jechuun maal jechuu dha? Namni tokko kan dibamu akkamitti?

‘Nuyi Isinii Wajjin In Dhaqna’

Waaʼee warra 144,000 maal beekuu qabna?

Waaqayyoo Wajjin Hojjechuun Gammachuu Argamsiisa

Yihowaa wajjin hojjechuun gammachuu kan nuuf argamsiisuu fi karaa hafuuraa eegumsa kan nuuf godhu akkamitti?