MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2020
Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Guraandhala 1-28, 2021tti qoʼataman qabateera.
Gaaffii Dubbisitootaa
Yaadni Phaawulos ergamaan dubbatee fi 1 Qorontos 15:29 irratti argamu, Kiristiyaanonni yeroo sana turan tokko tokko warra duʼaniif jecha cuuphamaa akka turan argisiisaa?
Gaaffii Dubbistootaa
Fakkeenyi 24:16, “Namni qajeelaan siʼa torba kufuu dandaʼa; deebiʼees ni kaʼa” jedha. Kun nama irra deddeebiʼee cubbuutti kufu, garuu Waaqayyo immoo dhiifama isaaf godhu argisiisaa?