Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2008
Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2008
Maxxansa matadureensaa itti ba’e argisiisu
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
Aandiisitti Misiraachoo Babal’isuu, 3/15
Beellama Hunda Caalu, 3/15
Dubbistootaaf (maxxansa Masaraa Eegumsaa haaraa), 1/1
Eebbifamtoota Giil’aad, 2/15, 8/15
Furmaata Gaarii Qindoomina Gaafatu (walga’ii koonyaarratti argamuu), 6/15
Galmawwan Mootummaa Yihowaaf Ulfina Fidan (Meeksiikoo, Beeliiz), 2/1
‘Garaa Tokkoofi Yaada Tokkoon’ Waaqayyoon Tajaajiluu (buusiiwwan), 11/15
“Jaalala Akkasii Argee Hin Beeku” (Dominikaan Riippabliika) 2/1
Lafa Gabaatti Lallabuu, 9/15
Macaafni Qulqulluu Jireenya Ni Jijjiira, 10/1
Maxxansa Qayyabannaa Masaraa Eegumsaa Haaraa, 1/15
Qaamni Olaanaan Kan Gurmaa’e Akkamitti? 5/15
Waa’ee Amantii Ibsa Kennuuf Qophaa’uu (barattuu), 6/15
Waaqeffannaaf Fannoo Kan Hin Fayyadamne Maaliifi? 3/1
Walga’ii Koonyaa “Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu,” 3/1
JIREENYAAFI AMALA KIRISTIYAANUMMAA
Addaan Baafamanii Jiraataniyyuu Hin Irraanfataman, 4/15
Akka Qamadiitti Gingilchamuu, 1/15
Beekumsa Qabdan Guddifachuuf ‘Qophaa’aa,’ 9/15
Biyya Lafaa Gadhiisii Ta’e Keessatti Ijoollee Guddisuu, 7/1
Dadhabina Qabaataniyyuu Humna Argachuu, 6/15
Dargaggootaa Wajjin Haasa’uu, 10/1
Dogoggora Israa’elootaarraa Barachuu, 2/15
‘Dubbii Nama Gammachiisuun’ Maatiikee Ijaari, 1/1
Fakkeenya Yesus Hordofuudhaan Waaqeffannaa Fudhatama Qabu Dhiheessaa, 9/15
Fedhii Waa Beekuuf Qabdutti Sirriitti Itti Fayyadami, 10/1
Haadha Milkaa’ina Qabdu, 2/1
Humnakee Beekuudhaan Gammachuu Argadhu, 7/15
Jireenyisaanii Kaayyoo Akka Qabaatu Godhaniiru, 1/15
Nama Akkamii Ta’uu Barbaadda? 11/15
Namoota Du’a Jala Ga’an Jajjabeessuu, 7/1
‘Waaqayyoon Sodaachuudhaan’ Qulqullummaatti Jiraadhaa!, 5/15
Walitti Bu’insawwan Uumaman Hiikuu (gaa’ela keessatti), 2/1
‘Wanta Nagaaf Ta’u Duukaa Bu’aa,’ 11/15
MACAFA QULQULLUU
“Faarfannaa Galaanaa” Barreeffama Harkaa, 12/15
Jireenya Ni Jijjiira, 10/1
Kiyuniifoormii Duriifi Macaafa Qulqulluu, 12/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Galaatiyaa, Efesoon, Filiphisiiyusiifi Qolosaayis, 8/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Hojii Ergamootaa, 5/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Luqaas, 3/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Maarqos, 2/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Maatewos, 1/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Roomaa, 6/15
Yaadawwan Ijoo Macaafa Yohannis, 4/15
Yaadawwan Ijoo Macaafota Qorontos, 7/15
Yaadawwan Ijoo Macaafota Tasaloniiqeefi Ximotewos, 9/15
Yaadawwan Ijoo Macaafota Tiitoos, Filemoniifi Ibrootaa, 10/15
Yaadawwan Ijoo Macaafota Yaaqoobiifi Phexros, 11/15
Yaadawwan Ijoo Macaafota Yohannisiifi Yihudaa, 12/15
MATADUREEWWAN ADDADDAA
Barumsi Jijjiirama Tirannaa Macaafa Qulqulluu Wajjin Walsimaa? 1/1
Dammaqinaafi Obsaan Eeggateera (Eliyaas), 7/1
Gosti Israa’el 12 moo 13dha? 8/15
“Harka mataa namaa irra kaa’uu” (Ibr 6:2), 9/15
Lafti Ni Baddii? 7/1
Maarqos Abdii Hin Kutanne, 2/1
Mootummaa Waaqayyoo, 1/1, 7/1
Ogeeyyiin Urjii lakkaa’an Yesusiin Kan Daawwatan Yoom Ture? 1/1
Phexros Yesusiin Ganuusaa, 1/1
Saa’ol Maqaa Phaawulos Jedhamuun Caalaatti Beekamuu Kan Jalqabe Yoomi? 2/1
Saantima Haadha Hiyyeessaa Lamaan, 3/1
Seenaan Waa’ee Bishaan Badiisaa Dubbatu Afoola Utuu Hin Ta’in Dhugaadha, 10/1
Waaqeffannaa Dhugaatiif Falmeera (Eliyaas), 1/1
Ximotewos, 7/1
Yeroo Gaariin Ni Dhufaa? 10/1
Yesus Bakka Awwaalchaa Alaazaar Ga’uuf Guyyaa Afur Kan Itti Fudhate Maaliifi? 1/1
Yesus Ibidda Cubbamoonni Bara Baraaf Itti Gubatan Dubbachuusaa Turee? (Mar 9:48), 6/15
Yihudoonni Hundi Amantii Kiristiyaanummaatti Jijjiiramanii Turanii? (Ro 11:26), 6/15
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Aangoo Yihowaa Fudhadhaa, 6/15
Agartuun” Yihowaa Hundumaa Qoree Ilaala, 10/15
Akka Yihowaatti Warra Kaan Ilaaltaa? 3/15
Akkuma Yesus ‘Seexana Mormaa,’ 11/15
Amalawwan Argisiisuuf Dhama’uu Qabnu, 6/15
Amanamummaakee Eeguu Kan Qabdu Maaliifi? 12/15
Amanamummaakee Ni Eegdaa? 12/15
Argamuun Kiristos Hiika Maalii Siif Qaba? 2/15
Bara Dargaggummaatti Yihowaa Tajaajiluuf Filadhu, 5/15
Dafanii Akka Deebi’an Gargaaraa! 11/15
Dargaggootaa, Ammumaa Uumaa Keessan Yaadadhaa, 4/15
Deebii Yihowaan Namoota Garaadhaa Isa Kadhataniif Kennu, 10/15
Fakkeenya Misiyoonii Isa Guddaa Hordofaa, 2/15
Fakkeenya Phaawulos Hordofuudhaan Karaa Hafuuraa Guddina Argisiisi, 5/15
Fayyinni Mootummaan Waaqayyoo Argamsiisu Dhihaateera! 5/15
Gaa’ela ‘Fo’aa Dachaa Sadiin Walitti Fo’ame’ Qabaadhaa, 9/15
Gaa’ela Keetti Gammadi! 3/15
Gahee Addaa Yesus Kaayyoo Waaqayyoo Keessatti Qabu Hubadhaa, 12/15
Gara Burqaa Bishaan Jireenya Kennuutti Geeffamuuf Kan Malan, 1/15
Garaa Tokkichaan Amanamoo Ta’aa, 8/15
Guutummaatti Dhugaa Ba’uuf Murteessuu, 12/15
Guyyoota Dhumaa Kanatti Gaa’elaafi Ijoollee Godhachuu, 4/15
“Hafuura Biyya Lafa Kanaa” Mormaa, 9/15
“Hojii Isa Karaa Gooftaa Fudhatte Sana” Raawwadhu, 1/15
Inni Kam Akka Tolu Hin Beektu! 7/15
“Isin Keessaa Namni Ogeessi Hubataanis” Eenyu? 3/15
“Jaalala Isa Dur Qabda Turte” Hin Dhiisin, 6/15
Jireenya Bara Baraa Argachuuf Aarsaa Hammamii Kaffaluu Feeta? 10/15
‘Jireenya barabaraatiif Kan Qophaa’an’ Dhugaa Fudhachaa Jiru, 1/15
‘Kan Guddisu Waaqayyodha!’ 7/15
Karaa Hundumaan Qajeelfama Waaqayyoo Barbaadaa, 4/15
Karaa Ulfina Qabuun Jiraachuudhaan Yihowaadhaaf Ulfina Kennaa, 8/15
Karaa Yihowaarraa Adeemi, 2/15
Manaa Gara Manaatti Tajaajiluun Yeroo Ammaatti Barbaachisaa Kan Ta’e Maaliifi? 7/15
Misiyoonii Isa Guddaa Kan Ta’e Yesus Kiristos, 2/15
Mootummaa Waaqayyootiif Kan Malan Ta’uu, 1/15
‘Ogummaa Ittiin Barsiistuuf’ Xiyyeeffannaa Kenni, 1/15
“Qooqa Qulqulluu” Akka Gaariitti Ni Dubbattaa? 8/15
Rakkoowwan Manaa Gara Manaatti Tajaajiluuf Gufuu Ta’an Mo’uu, 7/15
Tole Kan Jettaniifi Ilaalcha Sirrii Kan Qabdan Ta’aa, 3/15
Ulfina Walii Kennuuf Wal Dorgomtuu? 10/15
Waan Gaarii Gochuu Keessan Itti Fufaa, 5/15
“Wanta Waa’ee Hin Baafne” Duukaa Hin Bu’inaa, 4/15
Wanti Jireenyi Faayidaa Akka Qabaatu Godhu Maalidha? 4/15
Wantoota Jalaa Baqachuu Qabnu, 6/15
Warra Kaan Akkamitti Qabuu Qabna? 5/15
Warra Karra Hoolotaa Keessaa Badan Gargaaraa, 11/15
Yaalii Fayyaa Yommuu Gootan Ilaalcha Waaqayyoo Qabaadhaa, 11/15
Yeroo Hundaa Yihowaa Fuulakee Dura Kaa’adhu, 2/15
Yihowaan “Furii” Keenya, 9/15
Yihowaan Bara Duriitti Sabasaa ‘Fureera,’ 9/15
Yihowaan Faayidaa Keenyaaf Jecha Nu Ilaala, 10/15
Yihowaan Iyya Keenya Ni Dhaggeeffata, 3/15
Yihowaan Maanguddoota Isa Tajaajilaniif Garaadhaa Ni Yaada, 8/15
Yihowaan Warra Isaaf Amanamoo Ta’an Hin Gatu, 8/15
SEENAA JIREENYAA
Kooriyaatti Yeroo Sabni Waaqayyoo Baay’achaa Adeemu Argeera (M. Hamiliton), 12/15
Rakkina Dargaggummaan Fidurraa Furmaata Argachuu (U. Morsiilloon), 1/1
“Waaqayyo Humnakooti” (J. Kooviil), 10/15
Yihowaan Waan Nuu Wajjin Tureef Hin Sodaanne (E. Petriidees), 7/15
YESUS KIRISTOS
Akkaataa Warra Kaan Itti Qabnu, 10/1
Bakka awwaalcha Alaazaar ga’uuf guyyaa afur kan itti fudhate maaliifi? 1/1
Dinqiidhaan Kan Fayyan, 7/1
Duuti Yesus Si Fayyisuu Kan Danda’u Akkamitti? 2/1
Maqaa Yesusiin Kan Kadhannu Maaliifi? 2/1
Ogeeyyii Urjii Lakkaa’an, 1/1
Phexros Yesusiin Ganuusaa, 1/1
Waa’ee Ibidda Bara Baraa Dubbachuusaa Turee? (Mar 9:48), 6/15
YIHOWAA
Abbaa Hundaarra Caalu, 1/1
Gatii Guddaa Qabna, 7/1
Isa Deebisee Nama Jiraachisu, 2/1
Karaa Barbaanneen Waaqayyoon Yoo Waaqeffanne Jijjiirama Fidaa? 10/1
Wanta Uumamni Argisiisu, 7/1
Wanta Yihowaan Dubbate, 1/1
Yesusirraa Maal Baranna, 2/1