MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2013
Maxxansi kun ragaawwan uumamarraa argamaniifi humnaafi ogummaa Uumaa keenyaa argisiisan qabateera. Akkasumas, kadhannaa Yesus jaalalarratti hundaa’e keessaa isa tokkoo wajjin haala walsimuun jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e baradhu.
Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Filippiinsi
Obboloonni tokko tokko hojii dhiisuufi qabeenya gurguruudhaan, Filippiinsitti jireenya salphaa jiraachuuf maaltu akka isaan kakaase caalaatti baradhu.
Uumamni Waaqa Isa Jiraataa Mul’isa
Namoonni kaan waa’ee Waaqayyoo akka baratan gargaaruu, akkasumas amanannaa isarratti qabnu cimsachuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e baradhu.
“Yihowaa Akka Garbaatti Tajaajilaa”
Seexanaaf garba ta’uurraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti? Garba Yihowaa ta’uudhaan amanamummaadhaan isa tajaajiluun eebba akkamii argamsiisa?
SEENAA JIREENYAA
Yihowaatti Hirkachuun Eebba Argamsiisa
Maalkamiifi Girees dhuunfaatti waggootaa 75 caalaniif Yihowaa tajaajilaniiru. Yihowaan namoota isatti hirkatan akka eebbisu kan hubatan akkamitti akka ta’e dubbisi.
Kadhannaa Irratti Yaadamee Dhihaaterraa Baradhaa
Kadhannaa Lewwoonni dhiheessanirraa barumsa akkamii arganna? Kadhannaan keenya caalaatti hiika qabeessa akka ta’u gochuu kan dandeenyu akkamitti?
Kadhannaa Yesusii Wajjin Haala Walsimuun Jiraadhaa
Yesus kadhannaa yommuu dhiheessetti, fedhii mataasaarra kan Yihowaatiif dursa kenneera. Nutoo kadhannaasaa wajjin haala walsimuun jiraachuu kan dandeenyu akkamitti?
Namoota Akeekkachiisuuf Kana Caalaa Gochuu Ni Dandeessaa?
Namoonni tokko tokko jireenyasaanii guyyaa guyyaa keessatti, carraa argatan hundatti fayyadamuudhaan warra kaaniif dhugaa kan ba’an akkamitti akka ta’e baradhu.