MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2014

Maxxansi kun, matadureewwan qayyabannaa Muddee 29, 2014 hanga Guraandhala 1, 2015 qayyabataman kan qabatedha

Duʼaa Kaʼuun Yesus—Nuuf Hiika Maalii Qaba?

Sababiiwwan afur Yesus duʼaa kaʼuusaatiif ragaa amansiisaa nuu dhiheessu. Yesus lubbuudhaan jiraachuusaa amanuun keenya, nurratti dhiibbaa akkamii geessisa?

Qulqulluu Taʼuu Kan Qabnu Maaliifi?

Seerri Lewwootaa sitti ulfaatee ykn si nuffisiisee beekaa? Barumsawwan gati jabeessi Seera Lewwootaa keessaa argattu waaqeffannaa keerratti qulqulluu akka taatu si gargaaru.

Jireenya Keenya Hundumaatti Qulqulluu Taʼuu Qabna

Ejjennoo laaffisuu dhiisuu, hamma humni keenya dandaʼe Yihowaaf kennuufi nyaata hafuuraa jabaa soorachuu wanti wal fakkeessu maalidha?

‘Saba Yihowaan Waaqa Isaa Taʼe’

Namoonni garaa qajeelaa qabaniifi amantii kamiyyuu keessa jiran Waaqayyo biratti fudhatama qabuu?

‘Amma Saba Waaqayyoo Taataniittu’

“Saba Waaqayyoo” taʼuufi taanee itti fufuu kan dandeenyu akkamitti?

Gaaffii Dubbistootaa

Jaarsoliifi tajaajiltoonni gumii kan muudaman akkamitti? Dhuga-baatonni Mulʼata boqonnaa 11⁠rratti caqasaman lamaan eenyufaʼi?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Biyya Baha Biiftuutti Ifni Mulʼachuu Jalqabe

Konkolaattonni haala adda taʼeen hojjetamaniifi “Yehuu” jedhaman hojiin Mootummichaa Jaappaan keessatti akka guddatu gargaaraniiru.