Hagayya 2-8
KEESSA DEEBII 22-23
Faarfannaa 1 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 23:19, 20—Israaʼelonni namoota biyya ormaatiif dhalaan liqeessuu kan dandaʼan taʼus obboloota isaaniitiif dhalaan liqeessuu kan hin dandeenye maaliifi? (it-1-E 600)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 23:1-14 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Garaa Namootaa Tuqaa”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Garaa Namootaa Tuquudhaan jedhamu taphachiisi.
Haasaa: (Daq. 5) g-AM 4/15 13—Mata Duree: Bineeldota Ajjeesuun Dogoggora Dhaa? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 11 key. 18-26 fi saanduqa 11A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 77 fi Kadhannaa