Amajjii 17-23
ABBOOTII MURTII 20-21
Faarfannaa 47 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Abo 20:16—Bara duriitti furrisaan waraanaaf faayidaa irra oolaa kan ture akkamitti? (w14-AM 5/1 11 key. 4-6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 20:1-13 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 5)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 17)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 03 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 4)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Uumamni Amanannaa Ogummaa Yihowaa Irratti Qabnu Nuuf Cimsa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoowwan Qaamni Kana Tolche Jiraa? Goondaawwan Rakkina Tiraafikaa kan Furan Akkamitti? fi Qaamni Kana Tolche Jiraa? Akkaataa Kanniisni Baambilbiin Balaliʼa Isaa Itti Toʼatu jedhaman taphachiisi. Dhaggeeffattoonni mata duree jw.org irratti yeroo yerootti baʼuu fi “Qaamni Kana Tolche Jiraa?” jedhu waaqeffannaa maatii isaanii irratti akka fayyadaman jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 5, boq. 19 key. 1-6, viidiyoo beeksisaa fi saanduqa 19A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 87 fi Kadhannaa