Amajjii 24-30
RUUT 1-2
Faarfannaa 108 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Jaalala Amanamaa Hordofaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Rut 1:20, 21—Naaʼomiin Yihowaan jireenya ishii akka ishiitti hadheesse kan dubbatte maaliifi? (w05-AM 3/1 27 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Rut 1:1-17 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)
Haasaa: (Daq. 5) ia 49-50 key. 5-9—Mata Duree: Wanti Maatii Tokko Maatii Jechisiisuu Maali dha? (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Jaalala Amanamaa Akka Isiniif Qabu Mirkanaaʼoo Taʼaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gabaasa Koree Qindeessitootaa Bara 2019 jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 19 key. 7-15
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 97 fi Kadhannaa