Guraandhala 14-20
1 SAAMUʼEL 3-5
Faarfannaa 1 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Namaaf ni Yaada”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 3:3—Saamuʼel Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe keessa akka rafaa hin turre akkamitti beekna? (w05-AM 3/15 21 key. 6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 3:1-18 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, barumsa 01 qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 03 qabxii 6 (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Barumsa Jireenya Saamuʼel Irraa Argannu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Isaan Irraa Baradhaa—Saamuʼel jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 20 key. 9-17 fi saanduqa 20A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 99 fi Kadhannaa