Guraandhala 21-27
1 SAAMUʼEL 6-8
Faarfannaa 9 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Mootiin Keessan Eenyu Dha?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 7:3—Yaadni caqasa kana irra jiru kun waaʼee yaada geddarachuu fi gara Yihowaatti deebiʼuu maal nu barsiisa? (w02-AM 4/1 12 key. 13)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 7:1-14 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Gaaffii namni haasofsiiftu sun kaaseef barruu deebii kennu tokko isaaf kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu walgaʼiiwwan keenya irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 18)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 03 Maal Baratte?, Irra Deebii fi Galma (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Jiʼa Bitootessaa ykn Eblatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu ni Dandeessaa?: (Daq. 5) Mata duree Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Amajjii-Guraandhala 2021 fuula 16 irra jiru irratti hundaaʼe mariidhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 21 key. 1-6, viidiyoo beeksisaa fi saanduqa 21A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 35 fi Kadhannaa