Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kadhannaadhaan Garaa Keessan Yihowaadhaaf Banaa

Kadhannaadhaan Garaa Keessan Yihowaadhaaf Banaa

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Saamuʼel jedhamu taphachiisi.]

Haannaan Yihowaatti kadhannaa dheeraa dhiheessiteetti (1Sa 1:10, 12, 15; ia 63 key. 12)

Haannaan rakkina ishii Yihowaatti kennatteetti (1Sa 1:18; w07-AM 3/15 16 key. 5)

Yommuu wanta garaa keenya keessa jiru Yihowaa duratti dhangalaasnu, akka inni nu cimsuu fi nu jabeessu amantii qabaachuu dandeenya.—Fr 55:22; 62:8.