Bitootessa 7-13
Bitootessa 7-13
• Faarfannaa 33 fi Kadhannaa
• Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
• “Asteer Yihowaa fi Saba Isaatiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti”: (Daq. 10)
As 8:3, 4—Asteer iddoo miidhaan irra hin geenye jiraattus, warra kaaniif jecha lubbuu ishii balaadhaaf saaxilteetti (ia 164-165 key. 24-25)
As 8:5—Asteer tooftaadhaan Ahashwerosiin haasofsiiste (w06-AM 3/1 ful. 11 key. 8)
As 8:17—Namoonni hedduun qomoo isaanii gara Yihudiitti geddaratan (w06-AM 3/1 11 key. 3)
• Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
As 8:1, 2—Raajiin Yaaqoob yeroo duʼuu jala gaʼe, Beniyaamin ‘galgala boojuu akka hiru’ dubbate kan raawwatame akkamitti? (ia 164 saanduqa)
As 9:10, 15, 16—Labsichi boojuu akka fudhatan kan isaaniif heyyamu taʼus, Yihudoonni akkas gochuu kan hin barbaanne maaliifi? (w06-AM 3/1 11 key. 4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
• Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: As 8:1-9 (Daq. 4 ykn isaa gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
• Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼan sadan taphachiisi; achiis irratti mariʼadhaa. Sana booda, mata duree “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Ittiin Lixa Barruu Mataa Kee Qopheeffadhu” jedhu irratti mariʼadhaa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
• Faarfannaa 21
• “Keessummoota Simadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni Ayyaana Yaadannoo bara darbe kabajame irratti keessummoota simachuuf dursa fudhachuu isaaniitiin muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri. Muuxannoon gaariin tokko hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
• Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergamee fi Seensa 1-15 (Daq. 30)
• Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
• Faarfannaa 147 fi Kadhanna