Bitootessa 27–April 2
Ermiyaas 12-16
Faarfannaa 128 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Israaʼeloonni Yihowaa Irraanfatan”: (Daq. 10)
Er 13:1-5—Ermiyaas carraaqqii guddaa gochuu kan isa gaafatu taʼus, qajeelfama Yihowaan sabbata tokko akka dhoksu isaaf kenneef ajajameera (jr-E 51 key. 17)
Er 13:6, 7—Ermiyaas sabbaticha deebisee fiduuf karaa dheeraa deemee yommuu achi gaʼu sabbatichi bososee ture (jr-E 52 key. 18)
Er 13:8-11—Yihowaan sababii Israaʼelonni mata jabeeyyii taʼaniif walitti dhufeenyi isaan isaa wajjin qaban kan bade taʼuu isaa fakkeenya kanaan ibseera (jr-E 52 key. 19-20; it-1-E 1121 key. 2)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Er 12:1, 2, 14—Ermiyaas gaaffii akkamii gaafate? Deebiin Yihowaan isaaf kenne hoo maal ture? (jr-E 118 key. 11)
Er 15:17—Ermiyaas michoota filachuu ilaalchisee ilaalcha akkamii qaba ture? Nuti hoo fakkeenya isaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w04-AM 5/1 12 key. 16)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 13:15-27
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Afeerrii Ayyaana Yaadannoo fi viidiyoo—Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Afeerrii Ayyaana Yaadannoo fi viidiyoo—Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.
Haasaa: (Daq. 6) w16.03 29-31—Mata duree: Sabni Waaqayyoo Baabilon Guddittiidhaan kan Boojiʼaman Yoom Ture?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Maatiin Keessan Yihowaa Akka Yaadatu Gargaaraa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Dubbiin Kun Garaakee Keessa Haa Taaʼu’—Gaafannoo Maatiiwwanii Wajjin Taasifame jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi (viidiyoo kutaa MAATII jedhu jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 3 key. 13-22, chaartii, “Yihowaan Kaayyoosaa Irraa Jalaan Ibsa” jedhuu fi saanduqa “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 108 fi Kadhannaa