Guyyoota Dhumaatti Karaa Hafuuraa Dammaqoo Taʼanii Jiraachuu
Namoonni yeroo harʼaatti jiran hedduun sochii baramaan guyyaa guyyaadhaan godhan, yeroo dhimmoota hafuuraatiif ramadan akka isaan jalaa fudhatu heyyamaniiru. Kiristiyaanonni karaa hafuuraa dammaqoo taʼan, ilaalcha wantoota armaan gadiitiif qabaniin namoota addunyaa irraa adda kan taʼan akkamitti?
-
Barumsa
-
Bashannana
-
Hojii
-
Qabeenya