Bitootessa 5-11
MAATEWOS 20-21
Faarfannaa 76 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Isin Keessaa Guddaa Taʼuu kan Barbaadu Hundi, Tajaajilaa Keessan haa Taʼu”: (Daq. 10)
Mat 20:3—Barreessitoonni seeraa fi Fariisonni of tuuloo taʼan, ‘bakka gabaatti’ of argisiisuu fi nagaa gaafatamuu jaallatu (“Bakka Gabaa” nwtsty miidiyaa Mat 20:3)
Mat 20:20, 21—Ergamoonni lama ulfina guddaa fi aangoo argachuuf gaafatanii turan (“haati manaa Zabdewoos ilmaan ishii,” “inni tokko karaa mirga kee, inni tokko immoo karaa bitaa kee” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 20:20, 21)
Mat 20:25-28—Yesuus duuka buutonni isaa tajaajiltoota gad of qaboo taʼuu akka qaban ibseera (“tajaajilaa,” “warra kaan tajaajiluu . . . dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin dhufne” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 20:26, 28)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mat 21:9—Namoonni hedduun sun sagalee guddaadhaan, “Ilma Daawit akka oolchitu si kadhanna!” yeroo jedhan maal jechuu isaanii ture? (“akka oolchitu si kadhanna!” “Ilma Daawit” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 21:9)
Mat 21:18, 19—Yesuus mukti harbuun tokko akka gogdu kan godhe maaliifi? (jy 244 key. 4-6)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 20:1-19
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 36-37 key. 3-4
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Bitootessaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 20 key. 1-6, saanduqoota “Hojii Gargaarsaa Guddaa Bara Keenyatti Raawwatame,” “Balaan Uumamuusaa Dura Qophaaʼuu” fi “Balaan Yommuu Uumamu”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 107 fi Kadhannaa