Bitootessa 15-21
LAKKOOFSA 11-12
Faarfannaa 46 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gungumuu Irraa Fagaachuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 11:7, 8—Biftii fi dhandhamni mannaa gaarummaa Yihowaa kan argisiisu akkamitti? (it-2-E 309)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 11:1-15 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu fedhii akka qabu erga argisiisee booda, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama fedhii argisiisee fi waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Haasaan Ayyaana Yaadannoo erga xumuramee booda nama fedhii argisiisee fi ayyaanicha irratti argame haasofsiisi; achiis gaaffii inni saganticha ilaalchisee kaasuuf deebii kenni. (th qoʼannaa 2)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Ayyaana Yaadannootiif Qophaaʼaa Jirtuu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Qophii Ayyaana Yaadannoo wajjin wal qabatu ilaalchisee beeksisa barbaachisu kam iyyuu dubbadhu. Viidiyoo Akkaataa Maxinoon Ayyaana Yaadannoo Itti Qophaaʼu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 6 key. 7-13 fi saanduqa 6A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 70 fi Kadhannaa