BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?
Basaastonni oduu gaarii hin taane fidanii dhufan amantii hin qaban turan (Lak 13:31-33; 14:11)
Basaastonni kurnan amantii dhabuun isaanii obboloonni isaanii abdii akka kutatan godheera (Lak 14:1-4)
Basaastonni ija jabeeyyii taʼuu isaanii argisiisan amantii cimaa qabu turan (Lak 14:6-9; w06 10/1 15-16 key. 5-6)
Israaʼelonni sana dura iyyuu gochawwan Yihowaan isaan fayyisuuf raawwate arganiiru. Kun Yihowaan Kanaʼaaniin akka injifatan akka isaan gargaaru amantiin qaban akka cimu gochuu qaba ture.