BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa
Namoonni Israaʼel Daawitiin jajatanii turan (1Sa 18:5-7; w04-AM 4/1 15 key. 4)
Daawit wanta hojjetu hunda irratti Yihowaan milkaaʼina isaaf kennee ture (1Sa 18:14)
Daawit yeroo hundumaa kan gad of qabu ture (1Sa 18:22, 23; w18.01 28 key. 6-7)
Yommuu eebba Yihowaa argannu gad of qabuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Kan gad of qabnu taanee jiraachuuf maaltu nu gargaara?