Caamsaa 9-15
1 SAAMUʼEL 30-31
Faarfannaa 8 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 30:23, 24—Seenaa caqasa kana irra jiru irraa maal baranna? (w05-AM 3/15 24 key. 9)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 30:1-10 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Rakkina—1Yo 5:19 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 8)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, barumsa 01 qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi—Yeroo Hunda Kadhadhu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu taanaan, ijoollee dursitee filatte gaaffiiwwan kana gaafadhu: Yihowaatti kadhannaa dhiheessuu kan qabnu maaliifi? Yeroowwan kadhachuuf mijataa taʼan tokko tokko yeroo akkamiiti? Kadhannaadhaan maal isatti himuu dandeessa?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 03
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 95 fi Kadhannaa