Waxabajjii 6-12
2 SAAMUʼEL 9-10
Faarfannaa 124 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 10:4, 5—Gochi Hanuun dhiirota Israaʼeliif baayʼee qaanessaa kan ture maaliifi? (it-1-E 266)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 9:1-13 (th qoʼannaa 12)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii mata duree, “Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu Kanneen Irraa Caalaatti Fayyadamuu kan Dandeessu Akkamitti?” jedhu irratti gabaabaatti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 17)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 05 qabxii 4 (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Gaarummaa ni Argisiisa: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan kana dhaggeeffattoota gaafadhu: Daawit Mefibosheetitti gaarummaa kan argisiise akkamitti? Gaarummaa fi jaalala amanamaa warra kaanitti argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 07
Yaada Xumuraa (Daq. 3
Faarfannaa 1 fi Kadhannaa