Ebla 27–Caamsaa 3
UUMAMA 34-35
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 35:8—Dibooraan eenyu turte? Ishii irraa hoo barumsa akkamii arganna? (it-1-E 600 key. 4)
Uma 35:22-26—Hiddi dhalootaa gara Masiihichaatti geessu mirga angafummaa wajjin kan wal hin qabanne akka taʼe akkamitti beekna? (w17.12 14)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 34:1-19 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Elsaan garaa dubartii haasofsiiftuu tuquuf carraaqqii kan goote akkamitti? Kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamutti fayyadamnee qoʼannaa jalqabsiisuu kan dandeenyu akkamitti?
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 13)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) fg barumsa 4 key. 6-7 (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Waaqayyolii Ormaa kan Qabdan Of Gidduudhaa Baasaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Diyaabilosiin Mormaa’ jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq 30) jy boq. 95
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 131 fi Kadhannaa