Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu
Ollaawwan keenya, namoonni wajjin hojjennu ykn barannu amalawwan gaggaarii tokko tokko qabu jechuun hiriyoota gaarii taʼuu dandaʼu jechuudhaa? Namni tokko hiriyaa gaarii taʼuu akka dandaʼuu fi hin dandeenye beekuuf maaltu nu gargaara?
-
Hiriyummaan isaan wajjin qabu walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu akkan cimsu na gargaaraa?
-
Wanti haasaʼan jireenya isaanii keessatti wanti iddoo guddaa kennaniif maal akka taʼe argisiisa?—Mat 12:34
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Hiriyummaan koo walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu irratti dhiibbaa akkamii gochaa jira?’