BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Aangoo Isaatti Fayyadamuudhaan Saba Isaa Gargaareera
Mordekaayiif aangoo guddaan kennamee ture (As 9:4; it-2-E 432 key. 2)
Yihowaadhaaf ulfina fiduuf ayyaana waggaa hundeesseera (As 9:20-22, 26-28; it-2-E 716 key. 5)
Faayidaa saba isaatiif hojjeteera (As 10:3)
Namoonni yeroo harʼaatti jaarmiyaa Yihowaa keessatti hamma tokko aangoo qaban fakkeenya Mordekaay hordofuuf wanta isaaniif dandaʼame hunda godhu.—cl 121-122 key. 12-13.