Nahimiyaan Waaqeffannaa Dhugaa Ni Jaallata Ture
DH.K.D. 455
-
NIISAAN (Bit./Ebla)
2:4-6 Nahimiyaan Yerusaalem ishii bara isaatti wiirtuu waaqeffannaa dhugaa turte deebisee ijaaruuf heyyama gaafate
-
IYAAR
-
SHIWAA
-
TAMUZ (Wax./Ado.)
2:11-15 Nahimiyaan dhufee dallaa magaalattii naannaʼee kan ilaale yeroo kanatti taʼuu hin oolu
-
AAB (Ado./Hag.)
-
ELUL (Hag./Fulb.)
6:15 Guyyoota 52 booda dallichi ijaaramee xumurame
-
TIISHIRII