Muddee 18-24
IYYOOB 28-29
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 29:24—Fakkeenya Iyyoob irraa maal baranna? (g00-AM 7/8 11 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 28:1-28 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, mata duree “Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu Kanneen Irraa Caalaatti Fayyadamuu kan Dandeessu Akkamitti?” jedhu irratti yaada gabaabaa kenni. (th qoʼannaa 17)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 13 seensa Caalaatti Baradhuu fi qabxii 4 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Maqaa Gaarii Qabnu Itti Fufsiisuuf Maal Gochuun Dandaʼa?”: (Daq. 15) Maree fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 3 key. 12-18
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa