BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Waxabajjii 2018
Maree Fakkeenya Ta’u
Maree fakkeenya ta’uu fi waa’ee raajii Kitaaba Qulqulluu fi guyyoota gara dhumaa dubbatu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yesuus Raajiiwwan Dubbataman Raawwateera
Taʼeewwan jireenya Yesuus keessatti raawwatamanii fi raajiiwwan dubbataman walitti firoomsi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faana Kiristoos Dhiheenyatti Hordofaa
Yesuus, keessumaa yeroo qorumsaatti ykn ariʼatamaatti fakkeenya hordofuu qabnu nuu kaaʼeera.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa
Yihowaan, Maariyaam ilaalcha dinqisiisaa taʼe waan qabduuf, mirga namni kam iyyuu hin arganne akka argattuuf ishii filateera.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?
Yesuus dhimmoota hafuuraatiif dursa kennuudhaan, akkasumas warra isaa kabajuudhaan fakkeenya gaarii kaa’eera.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Warra kan Taatan, Ijoolleen Keessan Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
Warri carraa argatan hundatti fayyadamanii ijoollee isaanii barsiisuudhaan tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo akka taʼan isaan gargaaruu dandaʼu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa
Yesuus qorumsawwan sadi mooʼuuf meeshaa humna guddaa qabu akkamiitti fayyadame?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Kiyyoo Weebsaayitiin Hawaasaa Qabu Irraa Of Eeggadhu
Akkuma meeshaalee kaanii weebsaayitiin hawaasaas nu fayyaduu ykn nu miidhuu dandaʼa. Dhugaawwan buʼuuraa Dubbii Waaqayyoo keessatti argamanitti fayyadamnee balaa isaa hubachuudhaan irraa fagaachuu ni dandeenya.