Waxabajjii 25–Adoolessa 1
LUQAAS 4-5
Faarfannaa 37 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa”: (Daq. 10)
Luq 4:1-4—Yesuus hawwii fooniitiin hin mooʼamne (w13 8/15 25 key. 8)
Luq 4:5-8—Yesuus hawwii ijaatiin hin gowwoomfamne (w13 8/15 25 key. 10)
Luq 4:9-12—Yesuus gocha isaatiin namoota ajaa’ibsiisuuf hin qoramne [Viidiyoo Fiixee Gamoo Mana Qulqullummaa jedhu taphachiisi.] (nwtsty-AM miidiyaa; w13 8/15 26 key. 12)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Luq 4:17—Yesuus Dubbii Waaqayyoo sirriitti akka beeku kan argisiisu maali dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Luq 4:25—Hongeen bara Eliyaas ture waggaa hammamiitiif ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 4:31-44
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Achiis kaardii teessoo JW.ORG kenni.
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, akkasumas barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 28
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Kiyyoo Weebsaayitiin Hawaasaa Qabu Irraa Of Eeggadhu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Weebsaayitii Hawaasaa Yeroo Fayyadamtu Hubannaa Qabaadhu jedhamu taphachiisi (DARGAGGOOTA jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 7
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 10 fi Kadhannaa