Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

GAAFFII 13

Kitaabni Qulqulluun Hojii Ilaalchisee Maal Jedha?

“Nama hojii isaa irratti dandeettii qabu argiteettaa? Inni mootota dura dhaabbata; namoota kaan dura hin dhaabbatu.”

Fakkeenya 22:⁠29

“Inni hatu kana booda hin hatin; kanaa mannaa, nama rakkateef wanta kennu akka qabaatuuf harka isaatiin jabaatee hojii gaarii haa hojjetu.”

Efesoon 4:​28

“Namni hundi nyaachuu, dhuguu fi hojii isaa isa jabaatee hojjete hundumaatti gammachuu argachuu caalaa wanti isaaf gaarii taʼe hin jiru. Kun kennaa Waaqayyoo ti.”

Lallaba 3:​13