Faarfannaa 133:1-3

  • Tokkummaadhaan waliin jiraachuu

    • Akkuma zayitii mataa Aaron irratti dhangalaafamuu (2)

    • Akkuma fixeensa Hermoon (3)

Faarfannaa Ol Baʼuu. Faarfannaa Daawit. 133  Ilaa, obboloonni tokkummaadhaan waliin jiraachuun isaaniiAkkam gaarii dha, akkam nama gammachiisas!+   Inni akka zayitii gaarii mataa irratti dhangalaʼee+Hamma areedaatti,Hamma areeda Aaronitti+ gad buʼuu,Kolleettaa uffata isaa irras gad yaaʼuu ti.   Inni akka fixeensa Hermoon+Isa gaarota Xiyoon irratti gad buʼu sanaa ti.+ Achitti Yihowaan eebba isaa,Jechuunis jireenya bara baraa labseera.

Miiljaleewwan