Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Lakkoofsaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Dhiirota raayyaa waraanaatiif galmeessuu (1-46)

    • Leewwonni loltoota taʼuu irraa walaba dha (47-51)

    • Buufatichi karaa seera qabeessa taʼeen ni gurmeeffame (52-54)

  • 2

    • Buufatichi garee gosa sadi sadiin ni hirame (1-34)

      • Gareen Yihudaa kallattii bahaatiin buufata (3-9)

      • Gareen Ruuben kallattii kibbaatiin buufata (10-16)

      • Buufanni Leewwii buufaticha gidduu ni oola (17)

      • Gareen Efreem kallattii dhihaatiin buufata (18-24)

      • Gareen Daan kallattii kaabaatiin buufata (25-31)

      • Lakkoofsa walii galaa dhiirota galmeeffamanii (32-34)

  • 3

    • Ilmaan Aaron (1-4)

    • Leewwonni tajaajilaaf ni filataman (5-39)

    • Angafa furuu (40-51)

  • 4

    • Tajaajila Qehaatotaa (1-20)

    • Tajaajila Geershonotaa (21-28)

    • Tajaajila Meraarotaa (29-33)

    • Dimshaasha lakkoofsaa (34-49)

  • 5

    • Isa xuraaʼaa taʼe adda baasuu (1-4)

    • Cubbuu himachuu fi bakka buusuu (5-10)

    • Dubartii ejjaan shakkamte bishaaniin qoruu (11-31)

  • 6

    • Wareega Naazrummaa (1-21)

    • Eebba lubootaa (22-27)

  • 7

    • Kennaawwan eebba godoo qulqulluu (1-89)

  • 8

    • Aaron ibsaawwan torban ni qabsiisa (1-4)

    • Leewwonni ni qulqulleeffaman; tajaajilas ni jalqaban (5-22)

    • Daangaa umurii tajaajila Leewwotaatiif kaaʼame (23-26)

  • 9

    • Qophii nama guyyaa isaatti Faasikaa hin kabajneef godhame (1-14)

    • Duumessii fi ibiddi godoo qulqulluu sana gubbaatti ni mulʼate (15-23)

  • 10

    • Malakatawwan meetii irraa tolfaman (1-10)

    • Siinaa irraa kaʼanii deemuu (11-13)

    • Duraa duuba imalaa (14-28)

    • Hobaab Israaʼelitti karaa akka argisiisu gaafatame (29-34)

    • Kadhannaa Museen yeroo dunkaana buqqisan dhiheessu (35, 36)

  • 11

    • Gungummiin Waaqa biraa ibiddi akka buʼu godhe (1-3)

    • Sabichi foon argachuuf booʼe (4-9)

    • Museen gaʼumsa akka hin qabne itti dhagaʼame (10-15)

    • Yihowaan jaarsolii 70f hafuura ni kenne (16-25)

    • Eldaadii fi Meedaad; Iyyaasuun Museedhaaf ni hinaafe (26-30)

    • Simbirroonni ni dhufan; sabichi sassata isaatiif ni adabame (31-35)

  • 12

    • Miiriyaamii fi Aaron Musee morman (1-3)

      • Museen namoota hundumaa caalaa garraamii ture (3)

    • Yihowaan Museedhaaf falme (4-8)

    • Miiriyaam dhukkuba nadaayiitiin rukutamte (9-16)

  • 13

    • Basaastonni 12 gara Kanaʼaanitti ergaman (1-24)

    • Basaastonni kurnan oduu gaarii hin taane fidan (25-33)

  • 14

    • Sabichi gara Gibxiitti deebiʼuu barbaade (1-10)

      • Iyyaasuu fi Kaaleb oduu gaarii fidan (6-9)

    • Yihowaan ni aare; Museen sabichaaf kadhate (11-19)

    • Waggaa 40f lafa onaa keessa akka jooran itti murteeffame (20-38)

    • Amaaleqonni Israaʼeliin ni injifatan (39-45)

  • 15

    • Seera aarsaawwan ilaalchisee kenname (1-21)

      • Lammii biyyattii fi nama biyya ormaatiif seera tokkotu jira (15, 16)

    • Aarsaawwan cubbuu utuu itti hin yaadin raawwatamuuf dhihaatan (22-29)

    • Adaba namni taʼe jedhee cubbuu raawwatu adabamu (30, 31)

    • Namichi seera Sanbataa cabse ni ajjeefame (32-36)

    • Uffatawwan andaara isaanii irratti foʼaa qabaachuu qabu (37-41)

  • 16

    • Fincila Qoraa, Daataanii fi Abiraam (1-19)

    • Murtii finciltoota irratti dabarfame (20-50)

  • 17

    • Uleen Aaron inni late mallattoo taʼe (1-13)

  • 18

    • Hojii lubootaa fi Leewwotaa (1-7)

    • Gaʼee lubootaa (8-19)

      • Kakuu soogiddaa (19)

    • Leewwonni kurnoo ni fudhatu, kurnoo ni kennu (20-32)

  • 19

    • Saʼa diimtuu fi bishaan qulqulleessuuf oolu (1-22)

  • 20

    • Miiriyaam Qaadeshitti ni duute (1)

    • Museen kattaa sana rukute; cubbuus ni raawwate (2-13)

    • Edoom Israaʼel achiin akka hin darbine dhowwe (14-21)

    • Aaron ni duʼe (22-29)

  • 21

    • Mootiin Aaraad ni moʼame (1-3)

    • Bofa sibiila diimaa (4-9)

    • Israaʼel naannoowwan daangaa Moʼaab biratti argaman keessa ni deeme (10-20)

    • Sihoon mootiin Amoorotaa ni moʼame (21-30)

    • Oog mootiin Amoorotaa ni moʼame (31-35)

  • 22

    • Baalaaq Balaʼaamiin bite (1-21)

    • Harreen Balaʼaam ni dubbatte (22-41)

  • 23

    • Jechama Balaʼaam isa 1ffaa (1-12)

    • Jechama Balaʼaam isa 2ffaa (13-30)

  • 24

    • Jechama Balaʼaam isa 3ffaa (1-11)

    • Jechama Balaʼaam isa 4ffaa (12-25)

  • 25

    • Cubbuu Israaʼel dubartoota Moʼaabii wajjin raawwate (1-5)

    • Finahaas tarkaanfii ni fudhate (6-18)

  • 26

    • Gosoonni Israaʼel yeroo lammaffaadhaaf ni lakkaaʼaman (1-65)

  • 27

    • Ijoollee durbaa Zelofehaad (1-11)

    • Iyyaasuun Musee akka bakka buʼu filatame (12-23)

  • 28

    • Akkaataa aarsaawwan adda addaa itti dhihaatan (1-31)

      • Aarsaawwan guyyaa guyyaadhaan dhihaatan (1-8)

      • Aarsaawwan guyyaa Sanbataa (9, 10)

      • Aarsaawwan jiʼa jiʼaan dhihaatan (11-15)

      • Aarsaawwan Faasikaa (16-25)

      • Aarsaawwan Ayyaana Torbeewwanii (26-31)

  • 29

    • Akkaataa aarsaawwan adda addaa itti dhihaatan (1-40)

      • Guyyaa malakkanni itti afuufamu (1-6)

      • Guyyaa Araaraa (7-11)

      • Ayyaana Daasii (12-38)

  • 30

    • Wareega dhiirotaa (1, 2)

    • Wareega dubartootaa fi ijoollee durbaa (3-16)

  • 31

    • Miidiyaan irratti haaloo baʼuu (1-12)

      • Balaʼaam ni ajjeefame (8)

    • Qajeelfama wantoota yeroo waraanaatti saamaman ilaalchisee kenname (13-54)

  • 32

    • Gandeen baha Yordaanositti argaman (1-42)

  • 33

    • Imala Israaʼel lafa onaa keessatti godhe (1-49)

    • Qajeelfama Kanaʼaaniin injifachuu ilaalchisee kenname (50-56)

  • 34

    • Daangaawwan Kanaʼaan (1-15)

    • Namoota biyyattii akka hihiran ramadaman (16-29)

  • 35

    • Magaalota Leewwotaaf kennaman (1-8)

    • Magaalota itti baqatan (9-34)

  • 36

    • Seera dubartiin dhaala argatte yeroo heerumtu hordoftu (1-13)