Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Leewwotaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Aarsaa gubamu (1-17)

  • 2

    • Aarsaa midhaanii (1-16)

  • 3

    • Aarsaa gamtaa (1-17)

      • Cooma ykn dhiiga hin nyaatinaa (17)

  • 4

    • Aarsaa cubbuu (1-35)

  • 5

    • Cubbuuwwan adda addaa fi aarsaawwan dhihaachuu qaban (1-6)

      • Cubbuu warra kaanii dubbachuu (1)

    • Aarsaawwan hiyyeeyyiidhaaf heyyamaman (7-13)

    • Aarsaa yakkaa cubbuuwwan utuu hin beekin raawwatamaniif dhihaatu (14-19)

  • 6

    • Yaadawwan dabalataa aarsaa yakkaa ilaalchisee kennaman (1-7)

    • Qajeelfama aarsaawwan ilaalchisee kenname (8-30)

      • Aarsaa gubamu (8-13)

      • Aarsaa midhaanii (14-23)

      • Aarsaa cubbuu (24-30)

  • 7

    • Qajeelfama aarsaawwan ilaalchisee kenname (1-21)

      • Aarsaa yakkaa (1-10)

      • Aarsaa gamtaa (11-21)

    • Coomaa fi dhiiga nyaachuun dhowwamuu isaa (22-27)

    • Qooda lubootaa (28-36)

    • Yaada xumuraa aarsaawwan ilaalchisee kenname (37, 38)

  • 8

    • Sanyii Aaron lubummaadhaaf muuduu (1-36)

  • 9

    • Aaron aarsaawwan ni dhiheessa (1-24)

  • 10

    • Ibiddi Yihowaa biraa buʼee Naadaabii fi Abihuu ajjeese (1-7)

    • Dambiiwwan nyaachuu fi dhuguu ilaalchisee lubootaaf kennaman (8-20)

  • 11

    • Horiiwwan qulqulluu fi xuraaʼoo taʼan (1-47)

  • 12

    • Sirna qulqullaaʼuu daʼumsa booda raawwatamu (1-8)

  • 13

    • Dambiiwwan dhukkuba nadaayii ilaalchisee kennaman (1-46)

    • Dhukkuba nadaayii uffata irratti mulʼatu (47-59)

  • 14

    • Dhukkuba nadaayii irraa qulqullaaʼuu (1-32)

    • Manneen faalaman qulqulleessuu (33-57)

  • 15

    • Dhangalaʼaa qaama hormaataa keessaa yaaʼu (1-33)

  • 16

    • Guyyaa Araaraa (1-34)

  • 17

    • Godoo qulqulluu, bakka aarsaan itti dhihaatu (1-9)

    • Dhiiga nyaachuun dhowwamuu isaa (10-14)

    • Dambii horii duʼee argame ilaalchisee kenname (15, 16)

  • 18

    • Saalqunnamtii seeraan ala taʼe (1-30)

      • Fakkeenya Kanaʼaanotaa hin hordofinaa (3)

      • Saalqunnamtii firoota gidduutti raawwatamu (6-18)

      • Yeroo laguu (19)

      • Saalqunnamtii dhiirota gidduutti raawwatamu (22)

      • Saalqunnamtii horii wajjin raawwatamu (23)

      • Qulqulluu taʼaa; taʼuu baannaan biyyattiin isin tufti (24-30)

  • 19

    • Seera qulqulluu taʼuu ilaalchisee kenname (1-37)

      • Seera haamaa ilaalchisee kenname (9, 10)

      • Namoota gurri duudee fi namoota qaro dhabeeyyii taʼaniif yaaduu (14)

      • Maqaa balleessuu (16)

      • Haaloo hin qabatin (18)

      • Falfallii fi gochi hafuurota hamoo dhowwamuu isaa (26, 31)

      • Qaama tumachuun dhowwamuu isaa (28)

      • Maanguddoota kabajuu (32)

      • Namoota biyya ormaa kunuunsuu (33, 34)

  • 20

    • Waaqeffannaa Moleek; gocha hafuurota hamoo (1-6)

    • Qulqulluu taʼaa; warra keessan kabajaa (7-9)

    • Namoonni saalqunnamtii seeraan alaa raawwatan ni ajjeefamu (10-21)

    • Biyyattii keessa jiraachuuf qulqulloota taʼaa (22-26)

    • Namoonni gocha hafuurota hamoo raawwatan ni ajjeefamu (27)

  • 21

    • Luboonni qulqulluu fi kan hin xuroofne taʼuu qabu (1-9)

    • Lubni ol aanaan of xureessuu hin qabu (10-15)

    • Luboonni karaa qaamaa mudaa qabaachuu hin qaban (16-24)

  • 22

    • Qulqullummaa lubummaa fi wantoota qulqulluu nyaachuu (1-16)

    • Aarsaawwan mudaa hin qabne qofatu fudhatama qabaata (17-33)

  • 23

    • Guyyoota qulqulluu fi ayyaanota (1-44)

      • Sanbata (3)

      • Faasikaa (4, 5)

      • Ayyaana Maxinoo (6-8)

      • Aarsaa firiiwwan jalqabaa (9-14)

      • Ayyaana Torbeewwanii (15-21)

      • Seera haamaa ilaalchisee kenname (22)

      • Ayyaana Malakata Afuufuu (23-25)

      • Guyyaa Araaraa (26-32)

      • Ayyaana Daasii (33-43)

  • 24

    • Zayitii ibsaawwan godoo qulqulluu (1-4)

    • Bixxillee daabboo ilaalchaa (5-9)

    • Namichi maqaa Waaqayyoo arrabse ni ajjeefame (10-23)

  • 25

    • Waggaa Sanbataa (1-7)

    • Waggaa Iyyobeeliyyuu (8-22)

    • Qabeenya deebisuu (23-34)

    • Hiyyeeyyii kunuunsuu (35-38)

    • Seerawwan garbummaa (39-55)

  • 26

    • Waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa fagaadhaa (1, 2)

    • Eebba ajajamuun argamsiisu (3-13)

    • Adaba ajajamuu diduun geessisu (14-46)

  • 27

    • Wantoota wareegaan kennaman furuu (1-27)

    • Wantoota guutummaatti Yihowaadhaaf adda baafaman (28, 29)

    • Harka kudhan keessaa harka tokko furuu (30-34)