ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 Xalayaa Warra Roomaatiif Barreeffame Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Nagaa dhaamuu (1-7) Phaawulos Roomaa dhaquu barbaade (8-15) Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata (16, 17) Warri Waaqa hin sodaanne sababa itti qabatan hin qaban (18-32) Amalawwan Waaqaa uumama irratti mulʼataniiru (20) 2 Waaqni Yihudootaa fi Giriikota irratti ni murteessa (1-16) Akkaataa qalbiin itti hojjetu (14, 15) Yihudootaa fi Seericha (17-24) Dhaqna qabaa garaa (25-29) 3 “Waaqayyo dhuga qabeessa haa taʼu” (1-8) Yihudoonnis taʼan Giriikonni cubbuu jala jiru (9-20) Qajeelummaa amantiidhaan argamu (21-31) Hundumtuu ulfina Waaqaa calaqqisiisuu hin dandaʼan (23) 4 Abrahaam amantiidhaan qajeelaa jedhame (1-12) Abrahaam isa warra amantii qaban hundaaf abbaa taʼe (11) Waadaa karaa amantii argame (13-25) 5 Karaa Kiristoos Waaqatti araaramuu (1-11) Duuti karaa Addaam, jireenyi karaa Kiristoos (12-21) Cubbuu fi duuti namoota hunda waliin gaʼe (12) Gocha qajeelummaa tokko (18) 6 Gara Kiristoositti cuuphamuudhaan jireenya haaraa argachuu (1-11) Cubbuun qaama keessan irratti akka moʼu hin heyyaminaa (12-14) Garbicha cubbuu taʼuu mannaa garbicha Waaqaa taʼuu (15-23) Mindaan cubbuu duʼa; kennaan Waaqaa garuu jireenya (23) 7 Seericha jalaa bilisa baʼuun fakkeenyaan ibsame (1-6) Seerichi maalummaa cubbuu beeksise (7-12) Qabsoo cubbuu wajjin godhamu (13-25) 8 Jireenyaa fi bilisummaa hafuuraan argamu (1-11) Ijoollee Waaqaa taʼuu keenya hafuurichi dhugaa baʼa (12-17) Uumamni bilisummaa ijoollee Waaqaa eeggata (18-25) ‘Hafuurichi nuuf kadhata’ (26, 27) Warra Waaqni dursee murteesse (28-30) Injifannoo karaa jaalala Waaqaa argamu (31-39) 9 Phaawulos saba Israaʼeliif gadde (1-5) Sanyii Abrahaam isa dhugaa (6-13) Filannaa Waaqaa irratti gaaffii kaasuun hin dandaʼamu (14-26) Qodaawwan dheekkamsaa fi qodaawwan araaraa (22, 23) Warra isaan irraa hafan qofatu oola (27-29) Israaʼel ni gufate (30-33) 10 Karaa qajeelummaan Waaqaa itti argamu (1-15) Ifatti lallabuu (10) Yihowaa waammachuun fayyina argamsiisa (13) Labsitoota miila bareedaa qaban (15) Misiraachicha fudhachuu didan (16-21) 11 Waaqni Israaʼeliin guutummaatti hin dhiisne (1-16) Fakkeenya muka ejersaa (17-32) Ogummaa Waaqaa isa gad fagoo (33-36) 12 Qaama keessan aarsaa jiraatu godhaa dhiheessaa (1, 2) Qaama tokkicha, kennaa adda addaa (3-8) Gorsa jireenya Kiristiyaanummaa dhugaa ilaalchisee kenname (9-21) 13 Abbootii taayitaatiif bitamuu (1-7) Qaraxa kaffaluu (6, 7)) Jaalalli Seericha raawwata (8-10) Akka ifa guyyaatiin deddeebiʼanitti deddeebiʼuu (11-14) 14 Walitti hin murteessinaa (1-12) Warra kaan hin gufachiisinaa (13-18) Nagaa fi tokkummaadhaaf hojjechuu (19-23) 15 Akkuma Kiristoos isin simate wal simadhaa (1-13) Phaawulos isa tajaajilaa sabootaa taʼe (14-21) Karoora imalaa Phaawulos (22-33) 16 Phaawulos waaʼee Feeban dubbate (1, 2) Kiristiyaanota Roomaatiif nagaa dhaamuu (3-16) Akeekkachiisa wal qoqqooduu ilaalchisee kenname (17-20) Nagaa namoonni Phaawulosii wajjin hojjetan dhaaman (21-24) Iccitii qulqulluun amma beekameera (25-27) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Roomaa—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Roomaa—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Roomaa—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Roomaa ful. 1840-1841