Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

A7-F

Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Yesuus Gara Dhumaatti Baha Yordaanositti Raawwate

YEROO

BAKKA

TAʼEE

MAATEWOS

MAARQOS

LUQAAS

YOHAANNIS

32, Ayyaana Haareffamuu booda

Bitaaniyaa Yordaanos gamaa

Bakka Yohaannis namoota cuuphaa ture dhaqe; namoonni baayʼeen Yesuusitti amanan

     

10:40-42

Peeriyaa

Gara Yerusaalem utuu deemuu magaalotaa fi gandeen keessatti barsiise

   

13:22

 

Balbala dhiphaadhaan akka galan jajjabeesse; Yerusaalemiif booʼe

   

13:23-35

 

Tarii Peeriyaa

Waaʼee gad of qabuu barsiise; fakkeenyota: iddoo hunda irra caalu fi keessummoota sababa dhiheessan

   

14:1-24

 

Aarsaa barataa Yesuus taʼuun gaafatu shallaguu

   

14:25-35

 

Fakkeenyota: hoolaa bade, saantima bade, ilma bade

   

15:1-32

 

Fakkeenyota: bulchaa jalʼaa, namicha sooressaa fi Alaazaar

   

16:1-31

 

Waaʼee gufachuu, dhiifama gochuu fi amantii barsiise

   

17:1-10

 

Bitaaniyaa

Alaazaar duʼee, duʼaa kaafame

     

11:1-46

Yerusaalem; Efreem

Yesuusiin ajjeesuuf mariʼatan; inni achii deeme

     

11:47-54

Samaariyaa; Galiilaa

Namoota dhukkuba nadaayiitiin qabaman kudhan fayyise; Mootummaan Waaqayyoo akkamitti akka dhufu dubbate

   

17:11-37

 

Samaariyaa ykn Galiilaa

Fakkeenyota: dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi cimsitee kadhatte, Fariisichaa fi nama qaraxa sassaabu

   

18:1-14

 

Peeriyaa

Waaʼee gaaʼelaa fi wal hiikuu barsiise

19:1-12

10:1-12

   

Ijoollee eebbise

19:13-15

10:13-16

18:15-17

 

Gaaffii sooressa tokkoo; fakkeenya hojjettoota maasii wayinii gatii wal qixxee argatanii

19:16–20:16

10:17-31

18:18-30

 

Tarii Peeriyaa

Yeroo sadaffaadhaaf waaʼee duʼa isaa dubbate

20:17-19

10:32-34

18:31-34

 

Gaaffii Yaaqoobii fi Yohaannis Mootummicha keessatti aangoo argachuuf dhiheessan

20:20-28

10:35-45

   

Yerikoo

Keessa darbaa, qaro dhabeeyyii lama fayyise; Zakkewoos bira deeme; fakkeenya miinaa kudhanii

20:29-34

10:46-52

18:35–19:28