Gabatee Maqaawwan Kitaabota Kitaaba Qulqulluu
Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Afaan Ibrootaa Dhaloota Kiristoos Dura Barreeffaman
MAQAA KITAABAA |
BARREESSAA |
BAKKA ITTI BARREEFFAME |
BARREEFFAMEE KAN XUMURAME (DH.K.D.) |
YEROO FUDHATU (DH.K.D.) |
---|---|---|---|---|
Uumama |
Musee |
Lafa onaa |
1513 |
“Jalqaba” hanga 1657 |
Baʼuu |
Musee |
Lafa onaa |
1512 |
1657-1512 |
Leewwota |
Musee |
Lafa onaa |
1512 |
Jiʼa 1 (1512) |
Lakkoofsa |
Musee |
Lafa onaa fi Gammoojjii Moʼaab |
1473 |
1512-1473 |
Keessa Deebii |
Musee |
Gammoojjii Moʼaab |
1473 |
Jiʼa 2 (1473) |
Iyyaasuu |
Iyyaasuu |
Kanaʼaan |
n. 1450 |
1473–n. 1450 |
Abbootii Murtii |
Saamuʼel |
Israaʼel |
n. 1100 |
n. 1450–n. 1120 |
Ruut |
Saamuʼel |
Israaʼel |
n. 1090 |
Waggaa 11 yeroo bulchiinsa Abbootii Murtii |
1 Saamuʼel |
Saamuʼel; Gaad; Naataan |
Israaʼel |
n. 1078 |
n. 1180-1078 |
2 Saamuʼel |
Gaad; Naataan |
Israaʼel |
n. 1040 |
1077–n. 1040 |
1 Mootota |
Ermiyaas |
Yihudaa |
580 |
n. 1040-911 |
2 Mootota |
Ermiyaas |
Yihudaa fi Gibxii |
580 |
n. 920-580 |
1 Seenaa Baraa |
Izraa |
Yerusaalem (?) |
n. 460 |
Booda 1 Seenaa 9:44: n. 1077-1037 |
2 Seenaa Baraa |
Izraa |
Yerusaalem (?) |
n. 460 |
n. 1037-537 |
Izraa |
Izraa |
Yerusaalem |
n. 460 |
537–n. 467 |
Nahimiyaa |
Nahimiyaa |
Yerusaalem |
443 b. |
456–443 b. |
Asteer |
Mordekaay |
Shushaan, Eelaam |
n. 475 |
493–n. 475 |
Iyyoob |
Musee |
Lafa onaa |
n. 1473 |
Waggaa 140 ol 1657 fi 1473 gidduu |
Faarfannaa |
Daawitii fi namoota kaan |
n. 460 |
||
Fakkeenya |
Solomoon; Aguur; Lemuʼel |
Yerusaalem |
n. 717 |
|
Lallaba |
Solomoon |
Yerusaalem |
1000 d. |
|
Weedduu Weedduu Caalu |
Solomoon |
Yerusaalem |
n. 1020 |
|
Isaayyaas |
Isaayyaas |
Yerusaalem |
732 b. |
n. 778–732 b. |
Ermiyaas |
Ermiyaas |
Yihudaa; Gibxii |
580 |
647-580 |
Faaruu Ermiyaas |
Ermiyaas |
Naannoo Yerusaalem |
607 |
|
Hisqiʼel |
Hisqiʼel |
Baabilon |
n. 591 |
613–n. 591 |
Daaniʼel |
Daaniʼel |
Baabilon |
n. 536 |
618–n. 536 |
Hoseʼaa |
Hoseʼaa |
Samaariyaa (Koonyaa) |
745 b. |
804 d.–745 b. |
Yooʼel |
Yooʼel |
Yihudaa |
n. 820 (?) |
|
Amoos |
Amoos |
Yihudaa |
n. 804 |
|
Obaadiyaa |
Obaadiyaa |
n. 607 |
||
Yoonaas |
Yoonaas |
n. 844 |
||
Miikiyaas |
Miikiyaas |
Yihudaa |
717 d. |
n. 777-717 |
Naahom |
Naahom |
Yihudaa |
632 d. |
|
Anbaaqom |
Anbaaqom |
Yihudaa |
n. 628 (?) |
|
Sefaaniyaa |
Sefaaniyaa |
Yihudaa |
648 d. |
|
Haagee |
Haagee |
Yerusaalem |
520 |
Guyyaa 112 (520) |
Zakkaariyaas |
Zakkaariyaas |
Yerusaalem |
518 |
520-518 |
Miilkiyaas |
Miilkiyaas |
Yerusaalem |
443 b. |
Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Afaan Giriikii Dhaloota Kiristoos Booda Barreeffaman
Maqaa Kitaabaa |
BARREESSAA |
BAKKA ITTI BARREEFFAME |
BARREEFFAMEE KAN XUMURAME (Dh.K.B.) |
YEROO FUDHATU |
---|---|---|---|---|
Maatewos |
Maatewos |
Israaʼel |
n. 41 |
Dh.K.D. 2–Dh.K.B. 33 |
Maarqos |
Maarqos |
Roomaa |
n. 60-65 |
Dh.K.B. 29-33 |
Luqaas |
Luqaas |
Qisaariyaa |
n. 56-58 |
Dh.K.D. 3–Dh.K.B. 33 |
Yohaannis |
Yohaannis Ergamaa |
Efesoon ykn naannoo isaa |
n. 98 |
Seensa isaa malee, Dh.K.B. 29-33 |
Hojii Ergamootaa |
Luqaas |
Roomaa |
n. 61 |
33–n. 61 Dh.K.B. |
Roomaa |
Phaawulos |
Qorontos |
n. 56 |
|
1 Qorontos |
Phaawulos |
Efesoon |
n. 55 |
|
2 Qorontos |
Phaawulos |
Maqedooniyaa |
n. 55 |
|
Galaatiyaa |
Phaawulos |
Qorontos ykn Sooriyaa Anxokiyaa |
n. 50-52 |
|
Efesoon |
Phaawulos |
Roomaa |
n. 60-61 |
|
Filiphisiyus |
Phaawulos |
Roomaa |
n. 60-61 |
|
Qolosaayis |
Phaawulos |
Roomaa |
n. 60-61 |
|
1 Tasalonqee |
Phaawulos |
Qorontos |
n. 50 |
|
2 Tasalonqee |
Phaawulos |
Qorontos |
n. 51 |
|
1 Ximotewos |
Phaawulos |
Maqedooniyaa |
n. 61-64 |
|
2 Ximotewos |
Phaawulos |
Roomaa |
n. 65 |
|
Tiitoo |
Phaawulos |
Maqedooniyaa (?) |
n. 61-64 |
|
Fiilmoon |
Phaawulos |
Roomaa |
n. 60-61 |
|
Ibroota |
Phaawulos |
Roomaa |
n. 61 |
|
Yaaqoob |
Yaaqoob (Obboleessa Yesuus) |
Yerusaalem |
62 d. |
|
1 Pheexiros |
Pheexiros |
Baabilon |
n. 62-64 |
|
2 Pheexiros |
Pheexiros |
Baabilon (?) |
n. 64 |
|
1 Yohaannis |
Yohaannis Ergamaa |
Efesoon ykn naannoo isaa |
n. 98 |
|
2 Yohaannis |
Ergamaa Yohaannis |
Efesoon ykn naannoo isaa |
n. 98 |
|
3 Yohaannis |
Ergamaa Yohaannis |
Efesoon ykn naannoo isaa |
n. 98 |
|
Yihudaa |
Yihudaa (Obboleessa Yesuus) |
Israaʼel (?) |
n. 65 |
|
Mulʼata |
Yohaannis Ergamaa |
Phaaximos |
n. 96 |
[Barreessitoonni kitaabota tokko tokkoo fi bakki itti barreeffaman sirriitti hin beekamu. Waggoonni as irratti caqasaman hedduun tilmaama irratti kan hundaaʼani dha; mallattoon b. “booda” argisiisa, d. “dura” argisiisa, n. immoo “naannoo” argisiisa.]