Qola Duubaa
Qola Duubaa
Kutaaleen kitaaba kanaa mata duree armaan gadii qabu
HARIIROO MAATII KEE WAJJIN QABDU
MANA BARUMSAA KEESSATTII FI ALATTI
SAALQUNNAMTII, NAAMUSAA FI JAALALA
KUTAA DABALATAA WARRAAF QOPHAAʼE
Gaʼeessa taʼuuf leenjiʼuu! Dandeettii gaʼeessa itti gaafatamummaan itti dhagaʼamu taʼuuf si barbaachisu argachuu kan dandeessu akkamitti? Kitaabni Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 1ffaan gama kanaan si gargaaruu dandaʼa. Gorsi isaa qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu keessatti argamanirratti kan hundaaʼedha. Dubbiin Waaqayyoo namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman rakkina jireenya isaanii keessatti isaan mudatu milkaaʼinaan akka dandamatan gargaareera. Siinis akkamitti akka si gargaaru ilaali.
“Dandeettiin yaaduu si eega, hubannaanis si golga.”—Fakkeenya 2:11.